Mark 15:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni moototi hayyootaa akka Yesuus hinaaffa'aan dabarsanee isatti kennane beekeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka qaaloleeni gugurdooni d'iibifi Yeso harka isati kennite imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka qaalloleen gugurdoon dhiibiif Yesus harka isatti kennite inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka jedheef Itti gaafatamoonni qeesotaa Yesusiin dabarssanii ka kennaniin, hinaaffa'aan ta'uu isaa ni beeka waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sooreyyiin hayyootaa akka Yesuus hinaaffa'aan dabarsanee isatti kennane beekeera.