Mark 15:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos, “Maaf akkana jettan? Maan yakke?” jedhee gaafate. Isaan ammoo, “Isa fannisi!” jedhanee guddisanee hogisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni waan worraani jed'e, Maafi akana jettani? Inni hameenna maani tolche? Ammo worri guddise gohe waan jed'e, Isa fannisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos ammoo, “Maaf akana jettani? innii hameenna maan tolchee?” isaaniin jedhe; warrii ammoo, “Isa fannisii” jedhee haga qaraallee irra guddisee iyye,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoosillee, «Wonti hamaan inni godhe maali'i?» isaaniin jedhe. Isaan ammo «Fannisi» jedhanii guddisanii iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee, «Wonti hamaan inni godhe maali'i?» isaaniin jedhe. Isaan ammoo «Fannisi» jedhanii guddisanii iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos'llee, «Maali'iif? Balleessaan inni raawwate maal'i?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Fannisiin!» jedha'aa, baayi'issanii ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos, «Maaf akkana jettan? Maan yakke?» jedhee gaafate. Isaan ammoo, «Isa fannisi!» jedhanee guddisanee hogisane.