Mark 15:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan, “Mooti Yihuddootaa jiraadhu!” jedhaa isa nageya fuudhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba iti d'iaannaani, Hayyu Yahudi, lubbuuni tante ha d'eeratuuti jed'aniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba, “Ee, hayyuu Yihudii, lubbuun tee haa dheeraattuu” jedhan nagaa fuudhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan, «Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haa ta'u» jedha'aa harka itti kaasuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa isaan, «Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haata'u» jedha'aa harka itti kaasuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa nugusa Worra Yihudotaa! Nageenni siif haa ta'u!» jedha'aa baldu'uun, nagaya ni gaafataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Mootii Yihudootaa jiraadhu!» jedhaa isa nageya fuudhane.