Mark 15:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan mataa Yesuusii ule'een dhaananee, hancufa itti tufanee, akka waan isa ulfeessanuu sobanee duratti jilbiifatanee, isaa sagadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani mata isaa harch'umeeni d'aanani, hanch'ufa iti tufani, durati jilbifatani, aka waan isa guddisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan uleen mataa isaa keessa dhaananii, hancufa itti tufanii, duratti jilbifatanii, akka waan isa ulfeesaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mataa isaallee ule'een dhaya'aa, itti tufa'aa, itti balda'aa afoo isaatitti jilbiiffatanii isaa sagadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan mataa isaallee ule'een dhaya'aa, itti tufa'aa, itti balda'aa afoo isaatitti jilbiiffatanii isaa sagadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ulee ooya'aatiin mataa isaa keessa ni dhayaniin ture, hancufa isaanii'llee itti ni tufan ture, isa duratti'llee balddu'uun jilbbiiffatanii ni sagadaniif ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mataa Yesuusii ule'een dhaananee, hancufa itti tufanee, akka waan isa ulfeessanuu sobanee duratti jilbiiffatanee, isaa sagadane.