Mark 15:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan itti taphaataneen duuba woyaa dhiillee san irraa baasanee, woyaa isaa deebisanee itti uffisane. Achiin duuba gad baasanee fannisiisaaf isa geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Goyeesinaani, woya diimtu iraa baasani, woya isaa uyisaniifi. Ammalle isa fannisitifi alati geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii gooyyeessaniin duuba, wayaa diimtuu irraa baasanii, wayaa isaa deebisanii itti uyyisani. Duuba isa fannisuuf alaatti geessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isatti baldaniin maayii uffata diimaa san irraa mulqanii, uffata isaa deebisanii itti uwwisanii fannisu'uuf achi geessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga isatti baldaniin maayii uffata diimaa san irraa mulqanii, uffata isaa deebisanii itti uwwisanii fannisu'uuf achi geessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega itti balddaniin duubatti'llee uffata diimaa irraa baasanii, uffata isaa itti ni uffisan fannisu'uunuuf'llee ni fidaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan itti taphataneen duuba woyaa dhiillee san irraa baasanee, woyaa isaa deebisanee itti uffisane. Achiin duuba gad baasanee fannisiisaaf isa geessane.