Mark 15:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Yesuus gara Golgootaa, addee “Buqqee mata'aa” jedhantu geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla toko ta Golgotha jed'ani d'ufaniini. (Golgotha jechaani Buqe Mata jecha.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa tokko ta Golgootaa jedhaniin dhufan. (Golgoota jechuuni buqqee mataa jechuu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lafa golgootaa jedhamtutti Yesuusiin geessan; «Golgootaa» jechuun lafa «Buqqee mata'aa» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan lafa golgootaa jedhamtutti Yesuusiin geessan; «Golgootaa» jechuun lafa «Buqee mata'aa» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesusiin hiikkaan isaa (Lafee mata'aa ka ta'ee) gara bakka Golgootaa jedhamuu ni fidaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Yesuus gara Golgootaa, addee «Buqqii mata'aa» jedhantu geessane.