Mark 15:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan isaan Yesuus fannisane sun barii sa'aati sadi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isa fannisani suni saa sadi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo'ii isa fannisani sun sa; aatti sadii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isa fannisan ganama keessa sa'aatii sadihi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa isa fannisan ganama keessaa sa'aatii sadihi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusiin yoo fannisaniin yeroon ganama keessaa, saa'aatii sadihii ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan isaan Yesuus fannisane sun barii saatii sad.