Mark 15:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Beessisi yakka inni itti himatamee, “Mooticha Yihudootaa” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yahudi jed'ani, waan isaani himatani t'aafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Balleessaa himataniin mulisuuf “Kun hayyu Yihudii” jedhani, mataa isaa gararootti berreessani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barreeffamni yakkaa ka inni ittiin himatame, «Mootii Yihuudotaa» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barreeffamni yakkaa ka inni ittiin himatame, «Mootii Yihuudotaa» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yakka isaa'llee muldhisu'uuf, «Nugusa Yihudotaa» barreeffaminni jedhu, barreeffamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beessisi yakkaa inni itti himatamee, «Mooticha Yihudootaa» jedha.