Mark 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kanaan Baarreefam Woyyichi, “Inni yakkaameyyii woliin lakkowame” jedhu muummaye.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani t'aafiini guutamte ta, Nama hamama isa woliini heregani jettu.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaani barreessiin, “Nama hamaamaa isa waliin herregani” jettu guutamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan barreeffamni Woyyuun inni seera cabsitoota woliin laakkayame jedhu sun raawwatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka kanaan barreeffamni Woyyuun inni seera cabsitoota woliin laakayame jedhu sun raawwatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan'llee, «Hamaaleyyii woliin ni laakkayame» ka jedhu, dubbiin raagaa ni raawwatame.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan Barreeffam Woyyichi, «Inni yakkaameyyii woliin laakkowame» jedhu muummowe.]