Mark 15:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri achiin dabaranu, mataa ifi raasaa, “Hay! Ati Galma Waaqaa diiddee guyyaa saditti deebittee ka ijaartu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'aatu isaa yau isa arabse, mata iti irbe waan jed'ani, Lee! Atini ka sila Mana Waaqa ch'ach'absite, guyya sadi keesati jaartu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dhaattuu isaa yaa'ee mataa itti irbee, “Lee! atiin ka silaa Mana Waaqaa cacabsitee, guyyaa sadii keessatti jaartu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri karaa saniin lufan mataa ufii raasa'aa akka malee isa arrabsa'aa, «Hay! Ati namni mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti deebiftee ijaartu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri achi biraan lufanillee mataa ufii raasa'aa akka malee isa arrabsa'aa, «Hay! Ati namni mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti deebiftee ijaartu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni isa biraan ni dabrran turan'llee mataa isaanii itti raasa'aa, akkana jedha'aa ni arrabisaniin ture, «Hayi, ati Mana Waaqeffanna'aa diigiddee guyyaa sadihitti ka ijaarttu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri achiin dabaranu, mataa ifi raasaa, «Hay! Ati Galma Waaqaa diiddee guyyaa saditti deebittee ka ijaartu!