Mark 15:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi hayyootaa waan heddu'uun isa himatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni gugurdooni waan hedduuni isa himatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaalloleen gugurdoon waan hedduuni isa himatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammo womaa isaanii hin deebifne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootonni gadootaallee waan hedduun isa himatan. Inni ammoo womaa isaanii hin deebifne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni Yihudotaa garuu Yesusiin waan baayi'e'een, ni himataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin hayyootaa waan heddu'uun isa himatane.