Mark 15:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Me ifi fayyisiitii fannoo irraa gad bu'i!” jedhaa yesuus arrasane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufi baasi, maskali iraa bui!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mee ufi baasii! Fannoo irraa bu'ii!” jedhani arrabsan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee fannoo irraa bu'ii uf hambisi!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mee fannoo irraa bu'ii uf hambisi!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mee amma fannoo irraa bu'iitii, mataa kee fayyisi!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me ifi fayyisiitii fannoo irraa gad bu'i!» jedhaa Yesuus arrassane.