Mark 15:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma moototi hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee Yesuusitti taphatane. Isaan wol woliin, “Inni worra dhibii fayyiseera, mataa ifii ammoo fayyisiisa hin dande'u!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma qaalole gugurdofi jara Seera beekhuleeni isa goyeesani waan woliini jed'ani, Inni ka nama d'ibi baase, dandae ufi imbaasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma qaallole gugurdoofi jarii seera beekuulleen isa gooyeesanii waliinii, “innii ka nama dhibi baasee, danda'ee ufi hinbaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusitti balda'aa, «Inni worra biraa fayyiseera, uf hambisuu hin danda'u! woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yesuusitti balda'aa, «Inni worra biraa fayyiseera, uf hambisuu hin danda'u! woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa'llee, ufii isaaniitii akkana woliin jedha'aa, wolitti ni balddan ture, «Kaanniin fayyisee jira, mataa isaa garuu fayyisu'uuf hin dandda'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma sooreyyiin hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee Yesuusitti taphatane. Isaan wol woliin, «Inni worra dhibii fayyiseera, mataa ifii ammoo fayyisiisa hin dande'u!