Mark 15:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Masiihii, Mootii Israa'eli yoo te'e, fannoo irraa ifi buusuu ti! Achiin duuba nuutille dhagginee isatti dhugeeffana!” jedhane. Jarri lamaan Yesuus woliin fannifamanelle isa arrasane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kristoni, hayyuuni Israeli, ha amma maskali ira gadi buu, aka nu argine d'ugefannu. Jari isa woliini fannisanileeni isa arabse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon, hayyuu Israa'el, yo ta'ee akka nu arginnee isatti dhugeeffannu haa amma fannoo irraa gadi bu'uu!” jedhan; jarii isa waliin fannisaniilleen isa arrabse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Kiristoosii mootii Israa'elii yoo ta'e, Fannoo irraa uf haa buusuu; achiin maayii nullee arginee isatti amannaa!» jedha'aa jarri lamaan Yesuusiin woliin fannifamanillee isa arrabsan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Kiristoosii mootii Israa'elii yoo ta'e, Fannoo irraa uf haa buusuu. Achiin maayii nullee arginee isatti amannaa!» jedha'aa, jarri lamaan Yesuusiin woliin fannifamanillee isa arrabsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni Masihicha nugusa worra Israa'eelii eega ta'e, mee amma fannoo irraa haa bu'uu, nu'llee argineeti, isatti haa amannuu!» Akkuma kana shifttoonni isa woliin fannifaman'llee, ni arabbisaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Masiihii, Mootii Israa'el yoo te'e, fannoo irraa ifi buusuu ti! Achiin duuba nuutille dhagginee isatti dhugeeffanna!» jedhane. Jarri lamaan Yesuus woliin fannifamanelle isa arrassane.