Mark 15:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Orraa sa'aatii ja'aan jalqabee, haga sa'aatii sagalii latti duudiin dukkanootte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saa jaa geennaani, lafti ch'ufti dukanoofte haga saa sagali.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sa'aatii ja'aa jalqabee haga sa'aatii sagali laftii cuftii dukkanoofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii jaha irraa jalqabee haga sa'aatii sagalii ardiin martinuu hin dukkanoofte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii jaharraa jalqabee haga sa'aatii sagalii ardiin martinuu hin dukkanoofte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa keessaa'llee saa'aatii jahaa jalaqabee haga saa'aatii sagalii titti, arddii mara irrattuu dukkana ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orraa saatii jaan jalqabee, haga saatii sagalii latti duudiin dukkanootte.