Mark 15:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sa'aatii sagalitti Yesuus, “Elo'ii, Elo'ii, lamaa sabaktanii?” jedhee qoonqoo gudo'oon iyye; akkas jechuun, “Waaqa Kiyya, Waaqa Kiyya, maaf ana lakkittee?” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle saa sagali geennaani, Yesoni qonqo guddooni iye waan jed'e, Eli, Eli, lama sabakthani? Akasi jechaani, Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maafi na lakifta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee sa'aatii sagali geennaani, Yesus qoonqoo guddoon iyyee, “Elo'ii, Elo'ii, lamaa sabaktanii?” jedhee yaammate; akkasi jechuuni, “Waaqaa kiyya, Waaqaa kiyya, maaf na lakifte?” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii sagal irratti Yesuus, «Eloohee! Eloohee! laamaa Sabaktanii?» jedhee laagaa gudda'aan iyye; akkas jechuun, «Rabbii kiyya! Rabbii kiyya! maaf na dhiifte?» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii sagal irratti Yesuus, «Elohii, Elohii laamaa Sabaktanii?» jedhee laagaa gudda'aan iyye; akkasi jechuun, «Rabbii kiyya, Rabbii kiyya, maaf na dhiifte?» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatii sagalii yoo ta'u Yesus, «Elohii, Elohii laamaa sabaqitaanii?» jedhee, qoonqqa ol aana'aan ni iyye. Hiikkaan'llee, «Waaqa kiyya! Waaqa kiyya! Maali'iif ana dhiiftte?» jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saatii sagalitti Yesuus, «Elo'ii, Elo'ii, lamaa sabaktanii?» jedhee qoonqoo guddo'oon iyye; akkas jechuun, «Waaqa Kiyya, Waaqa Kiyya, maaf na lakkittee?» jechu'u.