Mark 15:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra achi dhaabbataneeranu keessaa gariin kana dhage'anee, “Dhage'aa, inni Eliyaasi waamiisatti jira” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gari ka bira ejaanju akasi d'ageennaani waan jed'e, Me ilaala, inni Eliya yaamu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra achi ejaajju keessaa ka garii waan kaan dhageennaan, “Mee dhagaa, innii Eliyaas yaamu jiraa” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra achi dhaabatan keessaa gariin kana dhagayanii, « Eliyaasiin waamata'aara» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra achi dhaabatan keessaa gariin kana dhagayanii, « Eliyaasiin waamata'aara» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota achi'llee dhaabatanii turan keessaa tokko tokkoon isaanii iyya isaa dhagayanii, «Kunoo! Eliyaasiin waama'aa jira!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra achi dhaabbataneeranu keessaa gariin kana dhage'anee, «Dhage'aa, inni Eliyaas waamiisatti jira» jedhane.