Mark 15:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gollaan Galma Waaqaa keessatti gollaneeranu gubbaa haga gadii addee lamatti tarsa'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Golli Mana Waaqa fulla lamati gubbaa gadi tarsae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gollii Mana Waaqaa fulaa lamaatti gubbaa gad tarsa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Golgi mana woyyu'uu gubbaa irraa haga gadii bakka lamatti tarsa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Golgi mana woyyu'uu gubbaa irraa haga gadii bakka lamatti tarsa'e
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Golganni Mana Waaqeffanna'aa'llee olii haga gadii titti tarssa'ee, bakka lamatti ni qoodame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gollaan Galma Waaqaa keessatti gollaneeranu gubbaa haga gadii addee lamatti tarsa'e.