Mark 15:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa, guyyaa Sanbataatiin duraa, gaafa qopheeffata Yihudootaa gara galgalaa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani Yusufuni, ka dira Arimathaya d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan waan guyyaan boriyyaa sanbataa ta'eef biyyitii kurfeefattee;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee hennaa dhiye jala bultii guyyaa Sambataatiif guyyaa qophi'ii waan tureef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee hennaa dhiye jal-bultii guyyaa Sambata diqqa'aatiif guyyaa qophii waan tureef,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaan dhiyee waan tureef jala bulttii Sanbbataatii fi yeroo qophaayinnaa ni ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa, guyyaa Sanbataatiin duraa, gaafa qopheeffata Yihudootaa gara galgalaa,