Mark 15:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoseefiin qachaa Armaatiya'aa ka miseensa kora murtii Yihudootaa keessatti ulfaata'aa fi dhufa mootumaa Waaqaa eegatiisatti jiru dhufee, gadhaa jabbeennaan Philaaxoos dura dhikaatee reeffa Yesuusii akka isaa kennuuf gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama gurra qabu, kora Yahudi keesa, ka d'ufiisa Finna Waaqa eegu. Guyyaani suni guyya Kurfefacha (akasi jechaani guyya Sabato dura jecha); tanaafi Yusufuni garaa jabaate, gara Pilato d'aqe, reefa Yeso kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoseef dira Armaatiyaa dhufe. Innii kora warra Yihudii keessa, nama ulfaa gurra qabu ka dhufiisa Mootuumma Waaqaa eegu. Yoseef garaa jabaatee, gara Philaaxos dhaqee, reeffa Yesusii kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef namni Armaatiya'aa beekkamaan yaa'ii Yihuudotaa tokko ija jabeennaan Philaaxoosiin bira dhaqee reeffa Yesuusii akka isaa kennu isa kadhate. Yooseefiin kun inninuu nama dhufa jeennata Rabbii abdi'iin eeggata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseef namni Armaatiya'aa beekkamaan yaa'ii Yihuudotaa tokko ija jabeennaan Philaaxoosiin bira dhaqee, reeffa Yesuusii akka isaa kennu isa kadhate. Yooseefiin kun inninuu nama dhufa jeennata Rabbii abdi'iin eeggata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yeroma sanitti miseensa yaa'ii Yihudotaa ka ture Yooseef ka jedhamu, kabajamaa naminni biyya Armaatiyaasii ni dhufe. Inni'llee nama Mootummaa Waaqaa abddi'iin eeggatu ni ture. Uggiinsaan'llee Philaaxosiin duranatti dhiyaateeti, reeffa Yesusii akka isaa kennamuuf ni kadhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseefiin qachaa Armaatiya'aa ka miseensa kora murtii Yihudootaa keessatti ulfaata'aa fi dhufa mootummaa Waaqaa eegatiisatti jiru dhufee, gadhaa jabeennaan Philaaxoos dura dhikaatee reeffa Yesuusii akka isaa kennuuf gaafate.