Mark 15:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos akka Yesuus qaata du'e yennaa dhage'ee maadeffate. Inni ajajaa dhibbaa waamee akka Yesuus du'eeru isa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni, aka Yesoni yoosu due mame, gudda askarti yaame, aka Yesoni yoosu due gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaxos, akka Yesus yoosuu du'e mamee, guddaa warra waraanaa yaamee, akka Yesus yoosuu du'e gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos attamitti haganatti du'e jedhee maalalfatee inni ajajaa dhibbaa waamee, «Haga du'e turee?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos attamitti haganatti du'e jedhee maalalfatee, inni ajajaa dhibbaa waamee, «Haga du'e turee?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos'llee, «Attam akkanatti daddafaan du'e?» jedhee ni maalale. Ajajaa dhibaa'llee waamsisee, «Dhugamaanuu eega du'ee turee jiraa?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos akka Yesuus qaata du'e yennaa dhage'ee maadeffate. Inni ajajaa dhibbaa waamee akka Yesuus du'eeru isa gaafate.