Mark 15:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaxoos ajajaa dhibbaa irraa oduu fuudheen duuba, reefa Yoseefiif kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gudda askarti ira d'ageennaani, inni reefa Yusufuti kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddaa warra waraanaa irraa dhageennaan, reeffa Yoseefiitti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoos akka Inni du'e ajajaa loltuu dhibbaa irraa hubatee, reeffa isaa Yooseefiif kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoos akka Inni du'e ajajaa loltuu dhibbaa irraa hubatee, reeffa isaa Yooseefiif kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Du'uu Yesusii'llee ajajaa dhibbaa irraa eega dhagayeen duubatti, reeffa akka fudhatuuf Yooseefii ni eeyyame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos ajajaa dhibbaa irraa oduu fuudheen duuba, reeffa Yoseefiif kenne.