Mark 15:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
inni, “Isin akka ani mootii Yihudootaa isinii hiikuuf barbaaddanii?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Aka anini hayyu Yahudi isanii hiikhu feetani? jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo deebisee, “Akka anin hayyuu Yihudii isanii hiiku feetani?” jedhee warra gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Philaaxoosillee, «Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee Mootii Yihuudii akka isinii hiiku barbaaddanii? isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Nugusa worra Yihudotaa hiikee gadi akka isiniif dhiisuu barbaadan moo?» jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni, «Isin akka ani mootii Yihudootaa isinii hiikuuf barbaaddanii?» jedhee isaan gaafate.