Mark 16:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan Sanbataa dabareeruun duuba, Maariyaamiin qachaa Magdala'aa, Maariyaamiin haati Yaaqoobitii, Salomeellee dhaqanee nafa Yesuusii issiisaaf fiqiree bitane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani Sabato dabarraani, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobotiifi Salomeni waan urgooftu bitani, aka d'aqani nafa Yeso dibani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan Sanbataa dabarraan, Maariyaam Magdalaa, Maariyaam haadha Yaqoobitii fi Salomeenis akka dhaqanii nafa Yesusii diban waan urgooftuu bitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoo dibu'uuf bitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoo dibu'uuf bitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaan Sanbbataa eega dabrreen duubatti Maariyaam Magidalaawittiin, haati Yaaqoobii Maariyaam, Saloomee'llee ta'anii reeffa Yesusii dibu'uuf, shittoo urgoofttuu mishaa irraa qophaaye ni bitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Sanbataa dabareeruun duuba, Maariyaamiin qachaa Magdala'aa, Maariyaamiin haati Yaaqoobii, Saloomeelle dhaqanee nafa Yesuusii issiisaaf fiqiree bitane.