Mark 16:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin gara worra duri isa woliin jiranuu, ka guddoo booyiisatti jiranuu dhaxxee hinte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini d'at'e jara duri isa woliini jiruti himte, ato worri iye bohu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin dhaxxee jara durii isa waliin jiru, adoo warrii iyyee boo'uutti jiruu itti himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin gara worra dur isa woliin jiranii, ka guddisanii gaddanii booya'aa jiranii dhaxxee waan kana isaanitti himte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin gara worra duri isa woliin jiranii, ka guddisanii gaddanii booya'aa jiranii dhaxxee, waan kana isaanitti himte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee deemittee, worra gaddaa fi booya irratti argaman horddofttoota isaa titti ni himtte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin gara worra duri isa woliin jiranuu, ka guddoo bowiisatti jiranuu dhaxxee hinte.