Mark 16:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Yesuus hin jira jechuu isi'iitii fi akka isa dhaggitelle yennaa dhage'ane hin dhuggeeffane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka inni duisa keesaa kae, ammalle aka isiini isa argite d'ageennaani, d'ugefachu didani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo akka innii du'a keessaa ka'e, ammallee akka isiin isa argite dhageennaan, dhugeeffachuu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo akka inni jiraataa ta'ee fi akka isiin isa argitellee hennaa dhagayan hin amanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo akka inni jiraataa ta'ee fi akka isiin isa argitellee hennaa dhagayan hin amanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee «Yesus du'aa ka'ee lubbu'uun ni jira, ani'llee ija kiyyaan argeenii jira» jettee isaanitti ni himtte, isaan garuu isii hin amanneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Yesuus hin jira jechuu isi'iitii fi akka isa dhaggitelle yennaa dhage'ane hin dhugeeffanne.