Mark 16:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eegii san Yesuus, barattooti lamaan qachaa keessaa bayanee adoo ideemiisatti jiranuu bifa dhibi'iin itti mudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni, Yesoni nama lamati bifa d'ibiini mullate, ato worri gara lafa oobru yau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sunii, Yesus adoo warrii gara lafa oobruu yaa'uu nama lamaatti bifa dhibiin mullate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee, karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee gara baadiyya'aa ni deeman worra turan barattoota isaa lamaantti, Yesus bifa bira'aatiin isaanitti ni mulidhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegii san Yesuus, barattooti lamaan qachaa keessaa bayanee adoo ideemiisatti jiranuu akka dhibi'iin itti mudhate.