Mark 16:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebi'anee worra kaanitti waan kana yennaa himane, isaan ammoo hin dhugeeffanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri deebie, jara kaaniti hime, ammo d'ugefachu didani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii deebi'ee, jara kaaniitti himee; jarii kaan ammoo dhugeeffachuu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan deemanii ka biraatitti odeessan. Isaan sunillee isaan hin amanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deemanii ka biraatitti odeessan. Isaan sunillee isaan hin amanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee deebi'anii barattoota isaa ka hafanitti ni himan, barattoonni isaa garuu kanniin'llee isaan hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebi'anee worra kaanitti waan kana yennaa himane, isaan ammoo hin dhugeeffanne.