Mark 16:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eegii san Yesuus, barattooti kudhanii tokko adoo areerratiisatti jiranuu itti mudhate. Sababa isaan dhugeeffannaa dhabanee fi worra du'aa ka'iisa isaa dhaggane dhugeeffatiisa dhabiisaan mataa jabaataneef, inni isaan dheekkame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni, Yesoni jara kud'ani tokoti mullate, ato worri sagale nyaatu. Inni worraani lole waan worri d'ugefacha d'abe, nama eegi inni duisa keesaa kae isa arge, worrati hime d'ugefachu dideefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sunii, Yesus ergamtoota kudhanii tokko adoo warrii sagalee nyaatuu itti mullate. Waan warrii dhugeeffachaa dhabee, nama eegii innii du'a keessaa ka'e, isa argee, warratti himee dhugeeffachuu didee, mataa-jabaateef warraan lole.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa uduu isaan hurbaata nyaachu'uuf ta'aniiran kudha tokkottuu mudhate; ka'ee sababa isaan garaa jabaatanii amanuu dhabaniif isaan tuffate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa uduu isaan hurbaataa nyaachu'uuf ta'aniiran kudha tokkotuu mudhate; ka'ee sababa isaan garaa jabaatanii amanuu dhabaniif isaan tuffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee kudha tokkonuu nyaataaf dhiyaatanii uduma nyaata'aa jiran, Yesus isaanitti ni mulidhate, «Yesus du'aa ka'ee lubbu'uun ni jira, ija keennaan'llee isa arginee jirra» jedhanii, isaanitti worra himan amanuu dhabuu isaaniitii fi mata jabuu isaaniitiin'llee, isaan ni ashan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegii san Yesuus, barattooti kudhanii tokko adoo areerratiisatti jiranuu itti mudhate. Sababa isaan dhugeeffannaa dhabanee fi worra du'aa ka'iisa isaa dhaggane dhugeeffatiisa dhabiisaan mataa jabaataneef, inni isaan dheekkame.