Mark 16:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni, “Gara biyya lafaa duudii dhaqa'aatii, kolbaa maratti Oduu Gammadaa lallaba'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Lafa ch'ufa keesa yaa, Odu Dansa nama ch'ufati odeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Lafa cufa keessa yaa'aa! Oduu dansaa nama cufatti himaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Gara biyya lafaa maraa dhaqaa'a! Uumama maratti Dubbii Nagayaa lallabaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni, «Gara biyya lafaa maraa dhaqaa'a! Uumama maratti Oduu Nagayaa lallabaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Gara biyya lafaa mara deemaa, nama mara wongeela barsiisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, «Gara biyya lafaa duudii dhaqa'aatii, kolbaa maratti Oduu Gammadaa lallaba'a.