Mark 16:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo dhudhuufaa harkaan qabanee ol fuudhane, yookiin yoo waan nama ijjeesu unanelle isaan hin miidhu; worra fayyaa hin qanne irra harka ifii yoo keyane, worri sunille hin fayya” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo bofa harkaani qabani olfuud'ani, yokhaani had'ale d'ugani woma intahani; nama fayya inqamne harka ira kayani fayyisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yo bofa harkaan qabee olfuudhe, yokaan yo hadhaallee dhuge homaa hinta'u; nama fayyaa hinqamne harka irra kaa'ee fayyisa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bofa yoo harkaan qaban, yookaan yoo waan nama ajjeesullee dhugaan isaan hin miidhu; harka ufiillee worra dhibamtoota irra yoo kaayan isaan hin fayyan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bofa yoo harkaan qaban, yookiin yoo waan nama ajjeesullee dhugaan isaan hin miidhu; harka ufiillee worra dhibamtoota irra yoo kaayan isaan hin fayyan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bofoota yoo qaban, yookiin summii nama ajjeesu'llee yoo dhugan isaan hin miidhu, harka isaanii dhukkubisattoota irra yoo kaayan, dhukkubisattoonni ni fayyan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo dhudhuufaa harkaan qabanee ol fuudhane, yookiin yoo waan nama ijjeesu unanelle isaan hin miidhu; worra fayyaa hin qanne irra harka ifii yoo keyane, worri sunille hin fayya» isaaniin jedhe.