Mark 16:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan guyyaa Dilbataa barii halkaniin, yennaa aduun baatu, gara boolla awaalaa dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ganama guyya qara ka torbaani suni, eegi aduuni baate, fulla awaala d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jalqaba torbaan sunii, guyyaa sanbataa ganama akkuma aduun baateen ka'anii fulaa awwaalaa dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Torbaan keessa guyyaa Dilbataa obboroo haga aduun baate gara awwaalaa dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Torbaan keessa guyyaa Sambata gudda'aa obboroo haga aduun baate gara awwaalaa dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Torbaan keessaa guyyaa jalqabaa dilbbata ganama obboroo, yeroo aduun baatutti, gara awwaalaa ni dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyaa Dilbataa barii halkaniin, yennaa aduun baatu, gara boolla awwaalaa dhaqane.