Mark 16:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan kara'atti, “Eennutti afaan boolla awwaalaa irraa dhakaa nu'uuf gangalchaa?” woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan woliini jed'ani, Eentu d'akha afaani awaalati nuu gangalcha?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaatti, “Eentu dhakaa afaan awwaalaatii nuu gangalcha?” waliin jechaa dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan kara'atti, «Dhagaa afaan awwaalaa irraa eentu nuu gangalcha?» Woliin jedha'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan kara'atti, «Dhagaa afaan awwaalaa irraa eentu nuu gangalcha?» Woliin jedha'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Dhagaa affaan awwaalaa irraa eennutu nuuf gangalchee banama?» jechu'uun, woliin haasaya'aa ni deeman ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kara'atti, «Eennutti afaan boolla awwaalaa irraa dhakaa nu'uuf gangalchaa?» woliin jedhane.