Mark 16:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yennaa itti hiiqanee ilaalanee dhakaan guddaan bineensi sun duruu irraa garagalfameeruun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Millannaani, d'akha guddo gudda kaani ka dudduubati gangalchani argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Millannaan, dhakaa guddoo guddaa kaan ka dudda duubaatti gangalchan argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dhagaan guddisee guddaa tureef itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka gara galfameeru argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan dhagaan guddisee guddaa tureef, itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka garagalfameeru argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti jedhaniif dhagaan awwaalli itti cufame haalaan guddaa waan tureef, ol jedhanii'llee yeroo laalanitti garuu, dhagaan gara dalggaa gangalatee ni argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yennaa itti hiiqanee ilaalanee dhakaan guddaan bineensi sun duruu irraa garagalfameeruun dhaggane.