Mark 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa diqqa'aan duuba Yesuus Qifirnaahoomitti deebi'ee gale; kolbaan akka inni galee mana jiru dhageette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti diqo, Yesoni Kapernaumuti gallaani, biyyiti aka inni gale d'ageete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bultii diqqoon duuba, Yesus deebiyee Qifirnaahomitti gallaan, biyyitii akka innii galee mana jiru dhageette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa hago'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa haggo'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa muraasaan duubatti Yesus gara Qifirnaahoomii deebi'ee ni dhufe, achitti'llee mana keessa jiraachuun isaa ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa diqqa'aan duuba Yesuus Qifirnaahoomitti deebi'ee gale; kolbaan akka inni galee mana jiru dhageette.