Mark 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Ilmi namaa lafa irratti baallii cubbuu namaaf araaramu akka qabu akka beettanu” jedhee, namicha nafa laashoween,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka Ilmi Nama lafa tana irati jabeenna daba nama araaramuuni qabu argitani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka ilmii namaa lafa tana irratti jabeenna cubbuu namaa araaramuun qabu beekaa!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Ilmi Namaa akka ardii irratti dhiifamsa cubbu'uu godhu'uuf baallii qabu akka beettan» jedhee namicha laamshaya'aan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Ani Ilmi Namaa ardii irratti dhiifamsa cubbuu godhu'uuf baallii akka qabu akka beettan» jedhee, namicha laamshaya'aanillee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Ilmi Namaa arddii irratti cubbuu dhiifama taasisu'uuf, aangoo ka qabu ta'uu isaa akka beekittaniif» jedhee, naafttichaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Ilmi namaa lafa irratti baallii cubbuu namaaf araaramu akka qabu akka beettanu» jedhee, namicha nafa laashoween,