Mark 2:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle Yesuus gara qarqara abbaayaa Galiila'aa dhaqe. Gumiin guddoon gara isaa dhuttee, inni isaan barsiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ammalle gara galaana d'aqe, gumiini isati d'umnaani barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammallee gara galaanaa dhaqee, gumiin isatti dhumnaan barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammallee Yesuus gara qarqara galaanaa gad bu'e; hennaa san namoonni hedduu gara isaa dhufan; Inni isaan barsiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammallee Yesuus gara qarqara galaanaa gadi bu'e; hennaa san namoonni hedduun gara isaa dhufan, innillee isaan barsiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee deebi'ee gara garba ciisaa Galiila'aa bira ni deeme, ummanni marri'llee wolgayanii gara isaa dhufaniiti, isaan ni barsiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Yesuus gara qarqara abbaayaa Galiila'aa dhaqe. Gumiin guddoon gara isaa dhuttee, inni isaan barsiise.