Mark 2:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni karaa saniin adoo dabaruu, Lewwii ilma Alfewoosii addee gosee qaraxaa tee'eeruun dhaggee, “Na hordofi” jedheen. Innille ka'ee isa hordofe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni deemu, Lawi, ilma Alfayo, ka mana damoosa keesa tau arge waan jed'eeni, Na gula kooti. Inni kae, Yeso gula deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii adoo deemuu, Lewwii, ilma Alfewosii, ka mana qaraxaa keessa taa'u argee, “Na gula kootti” jedheen. Innii ka'ee, Yesus gula deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni uduu karaa san lufa'aaru Leewwiin ilmi Alfiyoosii hulee qaraxa itti qaraxu ka taa'eeru argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ka'ee isa faanaa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni uduu karaa san lufa'aaru, Leewwiin ilmi Alfiyoosii hulee qaraxa itti qaraxu ka taa'eeru argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ka'ee isa faanaa deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi biraan'llee dabrra'aa uduu jiru bakka qaraxa itti wolitti qaban taa'ee jira ka ture, ilma Alfewosii Leewii argee «Ana horddof!» jedheen, inni'llee ka'ee ni horddofeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni karaa saniin adoo dabaruu, Lewwii ilma Alfewoosii addee gosee qaraxaa tee'eeruun dhaggee, «Na hordofi» jedheen. Innille ka'ee isa hordofe.