Mark 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eega san Yesuus mana Lewwi'iititti sagalee areerratiisatti jiraayyu. Namooti hedduun waan isa hordofaneeranuuf, worri qaraxa guuruu fi cubbaaleyyiin hedduun Yesuusii fi barattoota isaa woliin sagalee areerratiisaaf qori'itti hiiqanee tetee'aneeraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Yesoni mana Lawi keesati sagale nyaate. Jara damoosa guurufi nami daba qabu hedduuni, ka Yeso gula yau, Yesofi jara isaa woliini tatae sagale nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sun Yesus mana Lewwii keessatti sagalee nyaate. Jara qaraxaa guuruu fi namii cubbooti hedduun, ka Yesus gula yaa'uu, Yesusii fi jara isaa waliin tataani sagalee nyaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Yesuusiin faana deeman heddu waan turaniif, hennaa inni mana Leewwi'iititti hurbaata nyaata'aaru worri qaraxa guuranii fi cubbamtoonni hedduu isaa fi darasoota isaa woliin nyaata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni Yesuusiin faana deeman heddu waan turaniif, hennaa inni mana Leewwi'iititti hurbaata nyaata'aaru worri qaraxa guuranii fi cubbamoonni hedduu isaa fi darasoota isaa woliin nyaata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus mana Leewi'ii nyaataaf taa'ee jira ture, namoonni baayi'een'llee horddofaniinii jiran waan turaniif, isaan keessaa'llee qaraachonni baayi'ee fi cubbamoonni'llee, Yesusii fi barattoota isaa woliin nyaataaf dhiyaatanii jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega san Yesuus mana Lewwi'iititti sagalee areerratiisatti jiraayyu. Namooti hedduun waan isa hordofaneeranuuf, worri qaraxa guuruu fi cubbaaleyyiin hedduun Yesuusii fi barattoota isaa woliin sagalee areerratiisaaf qori'itti hiiqanee tetee'aneeraniiyyu.