Mark 2:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus fichaa qamadi'ii keessa dabaruun, barattooti isaa adoo isa woliin ideemanuu qamadii bubuqqifatiisa jalqabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato toko, ato Yesoni oobru dargaye keesa deemu, jari isaa dargaye t'ururate nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Sambataa tokko, adoo Yesus oobruu dargaayyee keessa deemuu jarii isaa dargaayyee xuruurratee nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa Sambataa tokko Yesuus maasaa keessa uduu lufa'aaru, darasoonni isaa isa woliin deema'aa asheeta kukkutatuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa Sambata Diqqa'aa tokko Yesuus maasaa keessa uduu lufa'aaru, darasoonni isaa isa woliin deema'aa asheeta kukkutatuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa sanbbataatiin Yesus oorruu qamadi'ii jiddu'uun ni dabrra ture. Ergamittoonni isaa'llee yoo deemanitti asheeta qamadi'ii, muruu jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus fichaa qamadi'ii keessa dabaruun, barattooti isaa adoo isa woliin ideemanuu qamadii bubuqqifatiisa jalqabane.