Mark 2:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayoti Yesuusin “Ilaali, barattooti teeti guyyaa Sanbataatiin akka hin tolchine Seeraan waan dhooggame maaf tolchan?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni waan isaani jette, Me ilaali, worri maafi waan fulla intahiini guyya Sabato tolcha?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisootii isaan, “Mee laali, warrii maaf waan aadaa hinta'in guyyaa Sambataa tolcha?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonnillee guyyaa Sambataa «Maaf waan Seeraan dhooggame godhan?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisoonnillee guyyaa Sambata Diqqa'aa «Waan Seeraan dhooggame maaf godhan?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisonni'llee, «Kunoo, ergamittoonni kee guyyaa Sanbbataatiin, waan hin eeyyamamin waayee maali'iitiif raawwatan?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayoti Yesuusiin «Ilaali, barattooti teeti guyyaa Sanbataatiin akka hin tolchine Seeraan waan dhooggame maaf tolchan?» jedhane.