Mark 2:26 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara Abiyaatar Hayyicha Guddaa te'eerutti, mana Waaqaa seenee daabboo Waaqaaf kennante, hayyoota qofaaf ka Seerri kennu nyaatee, worra isa woliin jiranuufille kenne” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bara Abiatharini qaallicha gudda, Mana Waaqa seene qit'a Waaqa baasani nyaate, ka sila Seera gula qaalole male nami d'ibiini nyaachu himmalini; ammalle jara isa woliini jirule qoode.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii bara Abiyaataar qaallicha guddaa, Mana Waaqaa seenee qixxaa Waaqaa baasan, ka silaa akka seeraatti qaallolee malee namii dhibiin nyaachuu hinmalin nyaate; ammallee jara isaa waliin jiruullee qoode” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abiyaater itti gaafatamaa qeesotaa bara turetti, inni gara Mana Waaqaa aseenee, qeesotaaf malee kuunniiniif akka nyaatan ka hin eeyyaminiif, hibsttii qulqullaawome ka Waaqaaf dhiyaate nyaate, namoota isa woliin ni jiran turaniif'llee ni kenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Abiyaataar Hayyicha Guddaa te'eerutti, mana Waaqaa seenee daabboo Waaqa dura dhikaattu, hayyoota qofaaf ka Seerri kennu nyaatee, worra isa woliin jiranuufille kenne» isaaniin jedhe.