Mark 2:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus “Sanbatattuu namaaf dadame malee, nami Sanbataaf hin dadanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Sabato maro namatiifi mid'aasani male, nama maro Sabatotiifi inuumne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Sambataatti namaaf uumame malee, namii Sambataaf hinuumamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Sambatatu namaaf uumame malee, namni Sambataaf hin uumamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayesa Yesuus. «Sambatatu namaaf uumame malee, namni Sambataaf hin uumamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Sanbbatatu namaaf hojjatame malee, naminni Sanbbataaf hin uumaminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus «Sanbatattuu namaaf dadame malee, nami Sanbataaf hin dadanne.