Mark 2:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarree Ani Ilmi Namaa Sanbataafille Gootta'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Ilmi Nama abba Sabatooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf ilmii namaa abbaa Sambataati” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre; Ani Ilmi Namaa Sambataafillee Goofta'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre, Ani Ilmi Namaa Sambataafillee Goofta'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Ilmi Namaa Sanbbataaf'llee, Goofta'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ani Ilmi Namaa Sanbataafille Gootta'a» isaaniin jedhe.