Mark 2:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan waan heddatteef gara Yesuusii dhiyeessuu dadhabanee, addee inni jiru gubba'aan heellichoo manaa xaranee qowa baasanee, itillee woliinuu gad buusane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro gumitiifi Yesoti d'iaachu dad'abani. Jennaani gubba mana saaqani gararo isaa, afaani iti tolchani, wosaasa namichi ira ch'iisu gadi buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiif Yesusiitti dhi'aachuu dadhabanii jennaan, gubbaa manaa qajeela Yesus jiruun diiganii afaan itti tolchanii namicha kaan siruma innii irra ciisu taan waliin isa dura gad buusan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa namni baay'ateef gara isaa dhiyeessuu waan dadhabaniif kolba Yesuus jiruun ginnoo manaa saaqanii siree namichi laamshayaan irra ciiseeru woliin gad buusan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa namni baay'ateef, gara isaa dhiyeessuu waan dadhabaniif, kolba Yesuus jiruun ginnoo manaa saaqanii siree namichi laamshayaan irra ciiseeru woliin gad buusan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baay'inna ummataa irraa ka ka'een'llee namicha naaftticha gara Yesusii dhiyeessu'uuf dadhabinnaan, gara Yesus jiruun baaxii manaa diiganii, naafayaa siree isaa woliin gad ni buusaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan waan heddatteef gara Yesuusii dhiyeessuu dadhabanee, addee inni jiru gubba'aan heellichoo manaa xaranee qowa baasanee, itillee woliinuu gad buusane.