Mark 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dhugeeffannaa isaanii dhaggee, namicha nafa laashoween, “Ilma kiyya, cubbuu teeti maraaf araarri kennameera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni d'ugefacha jara kana arginaani, waan nama kokotae kaaniini jed'e, Gurba, daba kanke ya si araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dhugeeffachaa jara kaanii arginaan nama kokottaa'e kaaniin, “Gurbaa kiyya, cubbuu tantee ya sii araaraman” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus amantii isaanii argee, namicha laamshayaa saniin, «Ilma kiyya cubbuun kee maruu sii dhiifameera» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee amantii isaanii argee, namicha laamshayaa saniin, «Ilma kiyya, cubbuun kee martinuu sii dhiifameera» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee amantii isaanii argee laamshayichaan, «Ilma kiyya cubbuun kee siif dhiifamee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dhugeeffannaa isaanii dhaggee, namicha nafa laashoween, «Ilma kiyya, cubbuu teeti maraaf araarri kennameera» jedhe.