Mark 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti Seera Muusse'ee ka achi tetee'aneeranu tokko tokko,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Seera beekhu ka achi jiru garaa ufi keesati waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii seera beeku ka achi jiru garaa ufii keessatti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisota Seera Muuse'ee keessaa gari gariin achi taa'anii turan. Isaan garaa ufii keessatti,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barsiisota Seera Muuse'ee keessaa gari gariin achi taa'anii turan. Isaan garaa ufii keessatti,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi'llee ta'anii worri turan barsiisonni seeraa tokko tokko, onnee isaanii keessatti akkana ni jedhan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti Seera Muuse'ee ka achi tetee'aneeranu tokko tokko,