Mark 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Namichi kun attam akkana dubbata? Kun Waaqa faanshesiisa! Waaqa tokkocha malee eennutti cubbuu namaaf araaramu'uu dande'a?” jedhanee gadhaa ifii kessaatti yaadatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kuni akami akana dubbata? Waaqa arabsayu? Eentu dandae daba nama araarama, Waaqa male?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namichii kun akkam akkana dubbata? Waaqaa arabsaayyuu? Waaqaa malee eentu danda'ee cubbuu namaa araarama?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee eentu cubbuu namaa dhiisuu danda'a?» jedhanii yaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namichi kun attamitti akkana dubbata? Kun Rabbiin arrabsu'u! Rabbii tokkocha malee, cubbuu namaa dhiisuu eentu danda'a?» jedhanii yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni kun maali'iif arraba akkanaa Waaqa irratti dubbata? Waaqa tokko malee ka cubbuu namaa dhiisu'uuf dandda'u eennu?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namichi kun attam akkana dubbata? Kun Waaqa faanshessiisa! Waaqa tokkocha malee eennutti cubbuu namaaf araaramuu dande'a?» jedhanee gadhaa ifii keessatti yaadatane.