Mark 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennuma san waan isaan yaadatane nyaba'aan beekee, “Isin maaf waan akkanaa kana yaadattan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni aka worri garaa ufi keesati waan kana heregu beennaani waan jed'eeni, Isani maafi waan akana kana garaa keesani keesati hereddani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus akka warrii garaa ufii keessatti waan kana herregu beennaan, “Isan maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti herreddan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yoma san garaa isaanii keessatti akka akkana yaadan cora'aan beekee akkana isaaniin jedhe, «Maaf garaa keessan keessatti akkana yaaddan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, yoma san garaa isaanii keessatti akkana akka yaadan cora'aan beekee, akkana isaaniin jedhe, «Garaa keessan keessatti maaf akkana yaaddan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti Yesus yaada onnee isaanii kana, hafuura isaatiin beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Waayee maali'iitiif onnee keessantti kana yaaddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennuma san waan isaan yaadatane nyaba'aan beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana yaadattan?