Mark 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Inni akka isaan Isa woliin te'anu, Oduu Gammadaa lallabiisaaf akka ergamanu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jara kud'ani lama fohate ergattu tolfate waan jed'eeni, Anini yayu isani fohad'e aka na woliini teetani. Ammalle isani erga aka yaatani biyya barsiiftani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan akka isa waliin taani fi ammallee akka deemanii qoonqoo Waaqaa biyya barsiisaan nama kudhanii lamaa foohatee nama ufii tolfatee, warra foohate kaan, “Ergamtoota” jedhee yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan isa woliin akka jiraatanii fi lallabaaf akka ergaman,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee isa woliin akka jiraatanii fi lallabaaf akka ergaman,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa woliin akka ta'anii fi haa barsiisaniif'llee akka isaan ergu kudha lamaan filatee, «Ergamittoota» jedhee, isaan ni moggaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Inni akka isaan Isa woliin te'anu, Oduu Gammadaa lallabiisaaf akka ergamanu,